Maqa isaa Kaassiwes Kileeyy, maqaa garbaati jedhe han ofirraa jijjiire, shaampiyooniin booksii adduunyaa, Jimaata darbe du'aan boqatus, seenaa ispoortii, hawaasa fi aadaa keessaatti galmeesseen yadatama.
Shaampiyooni Booksii, Gurraachii Ameerikaa Eenyummaa Ofii fi saba ufii Lallisuudhan Beekkamu, Muhammad Alii oggaa 74tti Du'an Boqate

1
Shaampiyooni Booksii, Gurraachii Ameerikaa Eenyummaa Ofii Lallisuudhan Beekkamu Muhammad Alii oggaa 74tti Addunyaa Kanarraa Du'an Boqate

2
Muhammed Alii fi hadha warraa isaa Yolaandaa, Laas Veegas, Navaadaa, Caamsaa 1, 2010

3
Muhammad Alii, dorgommii Onkoloolessa 1,1975tii oggaa qophaahu

4
Shaampiyooni Booksii, Gurraachii Ameerikaa Eenyummaa Ofii Lallisuudhan Beekkamu Muhammad Alii oggaa 74tti Addunyaa Kanarraa Du'an Boqate