Suuraawwaan Olompikii Riiyoo Dii Jenerooti walitti qabaman kana dawwadha.
Daawwattoota Olompikii Riyoo

9
Naoota mallaattoo Olompikii wajjiin suuraa ka'atii dawwannaa godhan, Biraaziil, Hagayya 8, 2016. (P. Breewer/VOA)

10
Abbaadhaf ilmaa suuraa of kaasaa jiran, Biraazil, Hagayya 8, 2016. (P. Breewer/VOA)