Ayyaanni Irreechaa ayyaana Oromoonni biyyaa fi biyyaa bahanii jiraatan hoom gahee kabajna jedhanii eeggatani. Irreechi Birraa han hora Arsadee magaala Bishooftuu barana garuu akka yaaddamee fi barametti hin xumuramne. Lubbuu nama baayyeetu bade. Suuraawwaan kun haala ture amma tokko agarsiisan.
Kuusaa Suuraalee Kan Irreecha Bishooftuu Bara 2016 Haala Gaddisiisaadhan Darbe
13
Naoonni Irreechaa Hora Arsadii irratti midhamaani gargaarsa eegachaa jiran, Bishooftuu, Oromiyaa, 2016
14
Mormii Irreechaa hora Arsadee, Bishooftuu, Oromiyaa, Onkoloolessa 2, 2016
15
Sirna awwalcha Tasfuu Taddasaa. Tasfuun namoota ayyaana Irreechaa Hora Arsadee irratti lubbuun isaanii bade keessaa tokko, Onkoloolessa 3, 2016
16
Irreechaa Hora Arsadee irratti hirmaattonni oggaa mormii agarsiisan, Bishooftuu, Oromiyaa, Onkoloolessa 2, 2016