Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waldaan Atleetiksii Addunyaa Atleetii Itiyoopiyaa Badhaase


Waldaan Atleetiksii Addunyaa Atleetii Itiyoopiyaa Badhaase
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:00 0:00

Waldaan Atleetiksii Addunyaa Atleetii Itiyoopiyaa Badhaase

Waaldaan Atileetikisii Adduyyaa Dilbata kaleessaa Atileet Taammiraat Tolaafi Atileet Simboo Alamaayyoo Atileetii filatamoo bara 2024 jeechuun badhaase.

Gama biraattiin Dorgoomii Maaraatoonii Vaaleenshiyaa kaleessa taasifame irrattii atileetoonii Itoophiyaa dubaraan Atileet Magartuu Alamuu kan moote yemmuu ta’u, Dhiraan Atileet Dheereessaa Galataa 2ffaa bahuun xumuree.

Gabaasaan keenyaa Eebbissaa Naggassaa Atilet Tamirat Tolaa dabalte Atileetoota Maaraatoonii Vaaleenshiyaa mo’atani fi Leenjjisaa isaanii dubbiseera.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG