Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kabaja Ayyaana Cuuphaa


Kabaja Ayyaana Cuuphaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:13 0:00

Har’a Itiyoophiyaa bakka adda addaatti Ayyaanni cuuphaa bara 2017 akka sirna barsiisa amantichaatti kabajameera. Sirni cuuphaa kun hambaalee akka Addunyaatti UNESCO tti galmaa’an keessaa tokko yoo ta’u, bakka addaatti kabajamuu keessaa tokko kan ta’e Finfinnee Hurufa Boombiitti kabajameera.

Sirna kabajaa ayyaana cuuphaa kanarratti paatiraarikiin mana amanta Ortodoksii Itoophiyaa Qulquluu Abunee Maatiyaas erga dabaarsaniin biyyattitti akka nagaan bu’uuf waamicha taasisaniiru.

Hordoftoonni amantichaa fi namoonni dawwana ayyanichaa irraatti hirmataan Hurufa Bombii turaniis yaada isaanii nuuf kennaniiru.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG