Pireezidant Doonaald Tiraamp walgahii waloo kan Kongireesaa Yunaayitid Isteetis Kibxata galgala gaggeeffame irratti yaada kennaniin, tarkaanfiiwwan jalqabaa bulchiinsi isaanii birokraasii hir’isuuf fudhate, michoota daldalaa Ameerikaa dhiyoo ta’an irratti taarifa cimaa ajajuu, fi Yukireen weerara Raashiyaa irratti qabsaa’uu akka dhaabdu dhiibbaa taasiisan ilaalchisee ibsanii jiran. Yeroo Tiraamp dubbatanitti Dimookiraatonni ilaalanii mormii isaanii ifa godhaniiru. Hoggantuun Biiroo sagalee Amerikaa kan Waayit Haawus keessaa Paatsii Wiidaakuswaaraa gabaasa ergiite Jaallanneetu dhiyeessa.
Prezidaant Kibxata Kaleessaa Yaa’ii Waloo Koongiresii Yunaayitid Iseetis Irratti Tarkaanfilee Ijoo Bulchiinsi Isaanii Fudhate Ibsanii Jiran
- VOA
Forum