Hoggantoota yaa'ii oggaa Mootummoota Gamtoomanii irratti argaman keessaa amma tokko. Yaa'iin baranaa guyyaa lama dura Niw Yoorkitti jalqabame.
Hoggantoota Yaa'ii Oggaa Mootummoota Gamtoomanii Irratti Argaman Keessaa Amma Tokko
- VOA
1
Shiinzoo Abee, Mummicha ministiraa Jaapaan fi dura ta'aa mootuummoota gamtoomanii Baan Kii Muun
2
Muhaammad Buhaarii, pireezdaantii Naayjeeriyaa
3
Baaraak Obaamaa, pireezdaantii Yunaaytid Isteets
4
Jastiin Truudiwu, mummicha ministerii Kaanaadaa