Lammiiwwan Ameerikaa miliyoonaan lakkaawwaman filannoo walakkeessaa 'midterm' jedhamu irratti sagalee kennaa jira. Filannon kun filannoo falaasama Kongireesii murteessuu fi oggoota lamaan dhufan - yeroo hoggansaa Pirezidaantii Dimookiraatotaa Joo Baayiden hafe - keessatti falmiiwwan siyaasaa maal akka fakkaatan agarsiisuf jiru.
Suuraalee: Filannoo Walakkeessaa Ameerikaa, Bara 2022

1
Beeksisa namoonni guyyaa filannoo akka yaadata karaa eduu olkaawwame, Maayin, Kibxata 8, 2022

2
Namoota sagalee kennuuf hiriiran, Sadaasa 8, 2022

3
Buufata filannoo magaala Niiw Yoorki keessaa tokko, Sadaasa 8, 2022

4
Namoota sagalee kennuuf hiriiran, Sadaasa 8, 2022.