Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kirkirri Lafaa Affaaritti Ammas Namoota Qe’eerraa Buqqisaa Jira


Kirkirri Lafaa Affaaritti Ammas Namoota Qe’eerraa Buqqisaa Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:22 0:00

Kirkirri lafaa Naannoo Affaar, godinaalee Sadii, aanaalee lama keessatti mudachuu itti fufe ammallee namoota hedduu qe’eerraa buqqisaa jira. Bulchiinsi Naannoo Affaar ibsa Sagalee Ameerikaaf kenneen ammas humni kirkira kanaa dabalaa waan jiruuf of eeggannoof jecha namoota gandoota saddeet keessa jiraatan kan kuma shantamii afur ta’an buqqa’uu isaanii fi gama qabeenyaatiin warshaa sukkaaraa tokkoo fi manneen barnootaa, bu’uraaleen misoomaa kaanis manca’uu ibseera.

Jiraattonni sodaa kirkira lafaa kanaatiin buqqa’an kanneen bakkeewwan qubannootti argaman, gargaarsi jiru gahaa akka hin taane himatu, odu gabaasaan VOA Galmoo Daawit bakka sanatti imaluun gabaasaa qindeesse qabna.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG