Mootummaa Itiyoophiyaa fi hoogganoota ABUT gidduutti waraansi ka’ee fi rakkoon namoomaa sanaan wal-qabatee dhufe lammiiwwan biyyattii kumaan lakkaawwaman baqannaaf saaxilera.
Gabaasa Suuraa: Namoota Tigraayii Gara Sudaan Baqatan, Mooraa Baqattootaa Keessatti
- VOA

1
Hordoftoota amantaa ortoodoksii bataskaana Hamdeyaat keessatti kadhannaa godhaa jiran, Sudaan, Bitootessa 16, 2021

2
Baqataa Tigraay Sudaanitti buufata yeroo Hamdeyaat kessatti, Sudaan, Bitootessa 16, 2021

3
Tigroota Sudanitti baqatanii buufata yeroo hamdayaat keessa jiran, Sudaan, Bitootessa 14, 2021

4
Laga Takkazee qarqara daangaa Itoophiyaa fi Sudaan, bakka humnoonni nageenyaa Itoophiyaa namoonni gara Sudaan akka in godaanne itti ugguran, Bitootessa 16, 2021. Gamanni Itoophiyaa, gamni immoo Sudaani