Oduu Lammiwwan Itiyoophiyaa Har’a Hiriira Ministirii Haajaa Amerikaa fi Kongireesii Amerikaa Duratti Hiriira Ba’an Fuulbana 19, 2016 Hiririira mormii Itiyoophiyaa WASHINGTON DC — Itiyoophiyaa keessatti dararaa fi ajjechaa mootummaan lammiwwan isaa irraan ga’aa jiru haa dhaabatu jechuun lammiwwan Itiyoophiyaa waashiingtan fi naannoo ishee jiraatan har’a hiriira nagaa ba’uun gaafatan. Jijjiramni Itiyoophiyaa keessatti dhufuuf yeroon isaa amma kan jedhan hiriirtonni kun iyyataa fi gaaffii isaanii ministrii dantaa alaa kan Yunaaytid Isteestti kan dhiyeeffatan ta’uun beekamee jira. Hiriira kana irratti namni lakkoofsaan guddaa ta’e ba’u isaa kanneen ijaana rgan beeksisanii jiru. Your browser doesn’t support HTML5 Gabaasa guutuu dhaggeeffadhaa