FINFINNEE —
Paartiilen siyasaa Oromoo Muummeen ministraa Dr.Abiy Ahimad badhaasa Nobeelii Nageenyaa mo’achuun gammachiisaa tahuu dubbatanii, garuu rakkoo nageenyaa biyya keessaatti ilaalcha kennuun, keessumaa rakkoo nageenyaa Oromiyaa keessatti mul’atu karaa nagaa furuu irratti akka hojjetan gaafatan. Gabaasaa guutuu caqasaa.
Your browser doesn’t support HTML5
Paartiileen Siyaasaa Oromoo Badhaasni Noobelii Muummichi Ministaraa Abiyyi Argatan Nageenya Biyya Keessaaf Daran Akka Hojjetan Isaan Onnachi