FINFINNEE —
Waldaa Fiilmii fi Tiyaatira Oromoo fi Dhaabbata Wiirtuu Aadaa Oromoo Idiladdeenyaa tu waliin ta’uun Giddu-gala kana ijaara, jechuun dhaabbatoonni lameenuu Raadiyoo Sagalee Ameerikaaf ibsanii jiran.
Gabaasaa guutuu caqasaa
Your browser doesn’t support HTML5
Gamoon Tiyaatiraa Oromoo Kan Artiin Oromoo Keessatti Baratamu fi Babal'atu Finfinneetti Ijaaramuuf, Jedhame