FINFINNEE —
Hiriirri mormii guyyotaa lammaaf magaalalee Oromiyaa adda addaa keessatti geggeessamaa ture dhaabatee, daandiileen cufamanii turan banamuu fi hojiin addaan citee ture deebi’ee jalqabamuu jiraattoonni magaalaalee kanaa VOAtti himanii jiran.
“Haalli nageenyaa Oromiyaa keessaa tasgabbaa’ee hojii jalqabnee jirra,” jedhu. Gabaasaa guutuu caqasaa.
Your browser doesn’t support HTML5
Hiriirri Mormii Oromiyaa Keessaa Dhaabatee Hojiin Idilee Deebi’ee Jalqabamee Jira, Jedhu Jiraattonni