Oduu Yunivarsitii Wallaggaa, Damee Shaambuutti Barataan Tokko Qaama Hin Beekamneen Ajjeesame, Jedhama Muddee 13, 2019 Naakoor Malkaa AMBOO — Yunivarsiitii Wallaggaa Damee Shaambuutti kaleessa halkan lubbuun barataa tokkoo qaama ammaaf eenyumaan isaa hin beekamiiniin darbuu Pirezidaantiin Yunivarsiitii Wallaggaa beeksisan jiru. Barattootni ka biroon lama madaa’uus ka dubbatan – hoogganaan Yunivarsitichaa, “yakka sanaan wal-qabatee namoonni lama shakkiin qabamanii jiran,” jedhu. Gabaasaa guutuu caqasaa Your browser doesn’t support HTML5 shambuu