Dr. Kaatriin Haamlin fi Fayyaa Dubartootaa Itiyoophiyaa
Jaallannee Gammadaa
Dr. Kaatriin Haamlin
WAASHINGITAN, DIISII —
Lammii Awustraaliyaa kan ta'anii fi waggootii dheeraaf Itiyoophiyaa keessatti tajaajiila eegumsa fayyaa keessumaa kan dubartootaa kan turan Dr. Kaatriin Hamliin umrii isaanii 96tti kaleessa Finfinnee keessatti du'an boqotanii jiru.
Dr. Hamliin waliin waggoota dheeraaf hojjataa kan turan ogeettiin wal'ansa fayyaa gadameessaa fi ulfaa Dr. muluu Mullataa waa'ee Dr.Kaatriin maal jedhu?
Gaaffii Deebii guutuu caqasaa
Your browser doesn’t support HTML5
Dr. Kaatriin Haamlin fi Fayyaa Dubartootaa Itiyoophiyaa