FINFINNEE —
"Deemsi umirii angoo mootummaa wagga tokkof dheeressuu kan Ol’aantummaa qaama tokkottin muriteeffamee fi biyyattii balaaf saaxilu" jedhan dhaabbileen siyaasaa VOAn dubbise.
Wal falmiin mootummaa Federaalaa fi Naannoo Tigiraay jidduutti uumames karaa nagayaan furamuu akka qabu dhaaman.
Gabaasaa guutuu caqasaa
Your browser doesn’t support HTML5
Deemsi Umurii Aangoo Mootummaa Dheeressuu Biyyattii Balaaf Ka Saaxilu: Paartiilee Morkattootaa Dubbisne