FINFINNEE —
Manni murtii Ijibbaataa ka Federaalaa, murtee Manni Murtii waligalaa Federaalaa dhimma yaala fayyaa Obbo Jawaar Mahammad’faa irratti kenne kuffisuun, himatamtoonni Hospitaala Laand Maark deemanii akka yaalaman murteesse.
Gabaasaa guutuu caqasaa
Your browser doesn’t support HTML5
Obbo Jawaar Mohammed'faa Hospitaala Laanmaark Deemanii Akka Yaalaman Murtaawe