FINFINNEE —
Abbaan gadaa tuulamaa fi barreessaan gamtaa abbootii gadaa oromoo Goobana Hoolaa Irreessoo Biyya Itoophiyaa itti fufsiisuuf hojiilee isaan hojjetan bu'uura godhachuun gamtaan abbootii gadaa oromoo beekamtii kan kenneef jedhan.
Obbo Alamaayyoo Hayilee qorataan seenaa fi aadaa oromoo akka aadaatti abbootiin gadaa beekamtii akkasii kennuu ni danda'u jechuun ibsaniiru.
Your browser doesn’t support HTML5
Gamtaan Abbootii Gadaa Oromoo Muummee Ministeera Itoophiyaa Abiyi Ahmadiif Beekamtii Moggaasa Maqaa Kennaniif