Waa'ee waliigaltee waliigaltee araaraa kaleessa mootummaa Itiyoophiyaa fi Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay gidduutti mallatteessame kanaa, gabaasaan keenya, Naakoor Malkaa, yaada namootaa haga tokko walitti qabee jira.
Your browser doesn’t support HTML5
Waliigalteen Araaraa Lola Tigiraay Furuuf Tolfame Lola naanoolee Biroo Keessaa Furuufis Itti Fufuu Qaba: Yaadaa Namoonni Kennan Keessaa