Yaa'ii waliigalaa Federeeshinii Atileetiksii Ityoophiyaa 28ffaa irratti shaampiyoonaan Olompikii addunyaa duraanii Atileet Sileeshii Sihiin pirezidaantii federeeshinii ta'uun filatameeraa. Dabalataanis dhiira afur fi dubartoonni afur koree hojii raawwachiiftuutti filatamaniiru. Eebbissaatu Naggassaa Atileet Sileeshii dubbisuun Siwidin Irraa Gabaase.
Atileet Silashii Sihiin Federeeshina Atileetiksii Itiyoopiyaaf Filatame, Filannichi Haqa Qabeessa, Guddina Federeeshinichaas Mul'isa Jedhe
Your browser doesn’t support HTML5
Atileet Silashii Sihiin Federeeshina Atileetiksii Itiyoopiyaaf Filatame, Filannichi Haqa Qabeessa, Guddina Federeeshinichaas Mul'isa Jedhe