'Weelluu Hip Hop Afaan Oromoo Sadarkaa Addunyaatti Baasuun Fedha' Ammuttii Dheeressaa 

Your browser doesn’t support HTML5

Ammuttii Dheeressaa, Ambotti dhalattee guddatte, barattuu barnoota olaanaa ka taate Ammuttiin, sabaa himaalee hawaasaa akka Tik Tak fi kaaniin gosa muuziqaa Hip Hop Afaan Oromoon weellisuun beekkamti. Hojiin kun kan hin baramne akkasumas dadhabina qaba kan jettu Ammuttiin, sun ta'us dadhabina isaa odoo hin taane gammachuu an eger milkaa'ina isaarraa aragadhutu natti tola jetti, Yaada ishee caqasaa.