Prezidaant Tiraamp  Kaleessa Yeroo Irbuu Seenan ‘Warraaqsa Murtiilee Sababa-Qabeeyyii’f  Haa  Kaanu, Jedhan

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

P

Prezidaant Doonaald Tiraamp marsaa hojii isaanii lammaffaa guyyaa jalqabaa irratti tarkaanfiiwwan sadarkaa ol aanaa walduraa duubaan kan imigireeshinii fi nageenya daangaa ilaallatan labsan.

Magaalaa Maqalee keessatti uummanni kumaan laka’amu hiriira geggeessaniin ijoollee durbaa hijaaba akka hin haguugganne uggura kaa’ame morman.