Naannoo Waashingtan Handaara Galaana Potomaak Bakka Balaan Xayyaaraa Itti Dhaqqabee Namoota 60 Ol Galaafatetti Maaltu Tahaa Jira?

Your browser doesn’t support HTML5

As naannoo Magaala Waashingtanitti xiyyaarrii qubachuuf bu’aa ture helkoopterrii waraana Yunaaytid Isteets wajjin qileensa irratti walitti bu'ee lamman isaanituu laga Potomaak jedhamu keessatti dhidhimuudhan lubbuun namoottan xiyaarota lamman keesa turanii hunduu dhabamuun ibsameera.