FINFINNEE —
Mootummaanis tahe abbootiin qabeenyaa hojimaata baramaa keessaa baanee itti gaafatama fudhachuun barbaachisaa dha, jedhu obbo Shimallis Abdiisaa, itti-aanaa preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa. Abbootiin qabeenyaa daamee invastimantii adda addaatti hirmataa jiran har’a mootummaa naannoo Oromiyaa waliin mari’atanii jiran.
Your browser doesn’t support HTML5
Marii investmentii Oromia ilaalchisuun ergame caqasaa