Dura teechuun dhabbata Sev Ze ChiildIreen (Save the Children) Addee Helee Toorning Echimid Itoophiyaa bakka beelli itti hammaate dawwatan.Akkaa dhabbata kanaatti beela bara baranaa Itoophiyaa muudateen, ijoolleen miliyoona walakkan dhukkuba nyaata dhabuudhan walqabateen midhamaniru. Namni miliyoona 10 olis beelaheera.
Dura teechuu Sev Ze Chiildren, Addee Helee Toorning-Echimidit
AddeHele ToorningEchimidit naanoo onggee kanaan rukkutame keessa bakka dawwatanitti waan argaan ogaa ibsan, "namoonnin ani kaleessa arge namoota jiruuf jireenya isaanii dhabani" jedhani hawaasni addunyaa odoo rakkinni kun caalaa hin hammaattin gargaarsa akka godhu waamicha dhiheesaniru.
Adee Habibaa, han ijoolleen ishii sababa hanqina nyaatatin dhukkubsatanii Sev Ze Chiildren yaalafii jiru, Fedeetoo
Your browser doesn’t support HTML5
Gabaasa sagalee.