Dhukkuboonni lameen Sombaa fi ujummoo qilleensaa mara kan miidhan waan ta'eef jecha wal duuka nama qabnaan akkaan hamaa ta'uuf jira.
Fluu fi Koviid-19 Kana ilaaleen Atlaantaa Joorjaa keessatti hayyuu fayyaa hawaasaa fi hoogganaan waajjira dhukubbotta daddarbaanii kan konyaa Dekaalb ka ta'an Dr. Sintaayyoo Badhaanee haasoofsiifnee jirra.Caqasaa.