FINFINNEE —
Odaan Hooda jechaa jedhu dhagayeen biqiltuu Odaa mana jireenyaa kiyyaa manneen waliin darbii 4ffaa irratti biqilchuuf murtesse jalqabee jedhee dargaagoo Zinaabuu Taakkale.
Zinaabuu Taakkale
Dargaagoo Zinaabuun bara 2009 akka lakkofsa Itoophiyaatti Odaa biqilchuu egalee waggaa 2ffaa kasaraan hojjete bara kana galii birri milliyoona 1 fi wallakaa olii irra argachuu Raadiyoo Sagaalee Ameerikaatti himera.
Your browser doesn’t support HTML5
Odaan Hooda, Kanaafan Waggaa Lama Dura Biqilchuu Jalqabe: Zinaabuu Taakkale