Sirna Awwaalchaa Weellisaa Nuhoo Goobanaa Har’a Magaalaa Adaamaatti Geggeeffame  

Your browser doesn’t support HTML5

Sirni Awwaalchaa kanarratti maatiin, firoottan, angawoonni fi jaalleewwan isaa argamuun ka geggeessan yoo tahu, hawaasni magaalaa adaamaa hedduunis bahee sirnicha irratti argamee jira.

SEE ALSO: Wellisaan Beekamaan Nuhoo Goobanaa Du’aan Boqochuun Himame