Lammiiwwan Oromoo Somaaliilaan keessa jiraatan: Sabni lamaan obbolahaa, Walitti-bu’iinsi haa dhabbatu
WAASHINGITAN, DIISII —
Biyya Ripuublikii Somaaliyaa – Somaaliilaand keessatti, haala Awwadaay keessatti uumameen wal-qabtee Roobii dabre kana, dhalattoonni Oromoo lama ajjeefamuun gabaasamee jira. Oromoonni achi jiraatanis, gochaa haaloo-bahuu fakkaatu kanaan, nagaa isaaniif sodaachuu himatanii, gama lamaanuu akka gochaa kana dhaaban iyyataa jiran.
Gabaasa guutuu dhaggeeffadhaa
Your browser doesn’t support HTML5
Baqattoonni Oromoo Lama Somaaliilaand Keessattii Ajjeefamuun Booda Mootummaan Biyyattii Gochii Akkasii Akka Dhabbatu Ajeja Dabarseera