Filannoo keessatti electoral college jedhamanii kanneen beekamaniif kutaalee hundumaa irraa sagalee walitti qabaman kan filannoo presidentii murteessaa walitti qabameen Raamniin sagalee 203 yoo argatan Obaman iimmoo sagalee 303 argachuun injifachuu isaanii ragaan VOA beeksisee jira.
WASHINGTON DC —
Sagalee Bakka bu'uummaa /electoral vote/ kan kaadhimamtoota lamaan argatan
Illinois, Kenetiikeet, Maine, Washington DC, Delaware, Roode Aaylaand, Meeriilaand
Maasaachuseetis
Mississiippii, Nebraaskaa, Wyomiing, Kaansaas, Lousiana, Saouth Daakotaa, Teexaas, Noorth Daakotaa, Kentucky, West Virginia, Indiana
South Caarolaayinaa, Oklahoomaa, Joorjiyaa, Teenesii, Alabamaa, Arkansaas
Prezidaant Baraak Obamaa fi maatii isaanii
Your browser doesn’t support HTML5
Injifannoo prezidaantummaa booda haasaa Baaraak Obaamaa
Your browser doesn’t support HTML5
Haasaa Miit Raamnii Injifatamuu booda dhageessisan
Sagalee Bakka bu'uummaa /electoral vote/ kan kaadhimamtoota lamaan argatan
OBAAMAA 303
RAAMNII 206
Kutaalee Prezidaant Obamaan injifatan
Verjiiniyaa, Navaadaa, Koloraadoo, Origan, Ohaayoo, Hawaayii, Washington Siyaatil, Kaalifoorniyaa, Wiskaansen, Minnesootaa, Penselvaaniyaa, Michigaan, New York, New Jersey, VermoontIllinois, Kenetiikeet, Maine, Washington DC, Delaware, Roode Aaylaand, Meeriilaand
Maasaachuseetis
Kutaalee Raamniin injifatan
Mizuurii, Idaahoo, North Carolaayinaa, Montana, Arizoonaa,YutaaMississiippii, Nebraaskaa, Wyomiing, Kaansaas, Lousiana, Saouth Daakotaa, Teexaas, Noorth Daakotaa, Kentucky, West Virginia, Indiana
South Caarolaayinaa, Oklahoomaa, Joorjiyaa, Teenesii, Alabamaa, Arkansaas
Maatii Miniyaapoolis filatamuu Obaamaaf gammachuu isaanii ibsan
Your browser doesn’t support HTML5
Maatii miniyaapolis