Yaukireen Waraana Raashiyaa Waliin Taasisaa Jirtu Xumuruuf Tarkaanfii Tokko Akka Fuuldura Tarkaanfatte Yunaayitid Isteetis Dubbatte

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Yuukireen gaaffii dhukaasa dhaabuu Kibxata darbe kana dhiyyaateef fudhachuun lola Raashiyaa waliin taasisaa jirtu xumuruf tarkaanfii tokko fuul-duratti tarkaanfachuu isheef nan dinqiisiifadha, jette Yuunaayitid Isteetis. Raashiyaaanis Wixinee gama Yuunaayitid Isteetisiin dhiyyaate kana madaala keessa galchiti jedhamee eeggama. Gabaasa Veroonikaa Balderaas Igiliisiyaas dhimma kana irratti VOA dhaaf qopheesitee Mitikkuu Fiqaaduu dhiyyeessa.